Xurree ittiin seenan

Isan Jalqabe Hangan Xumuruutti Biyyaa Hin Ba’u


Zerihuun Wadaajoo

Zerihuun Wadaajoo

Ijoollummaa isaa kaasee mana barumsaa keessatti wellisaa akka ture kan dubbatu Zarihuun Wadaajoo walumaa gala waggootii soddomaaf wellisuu isaa dubbata.

Jireenya koo keessatti quuqqaa saba koo wellisuun dararaa addaa addaaf na saaxiluus gara fuula duraattis ittuman fufa jedha.

Torban kana keessa immo walleelee haaraa gabaa irra oolchuu isaa wellisaa Zariihuun Wadaajoo Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsee jira.

Guutuummaa gaaffii fi deebii gaggeeffame dhaggefadhaa.

XS
SM
MD
LG