Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abukaatoleen Himatamoota Hoogganoota Musliimaa Mootummaa Itiyoopiyaa Yakkan


Fiilmii seena galmeessaa baatii darbe keessa televiziyoona Itiyoopiyaatiin dhiyaatee fi hoogganoota hawaasa muliimaa yakku ka sirnaa miti jechuu dhaan himatamtoonni fi abukaatoleen isaanii iyyachuun ni yaadatama.

Haa ta’u malee angawoonni mootummaa himannaan sun sirrii ta’uu isaa irra deddeebisanii dubbachuu dhaan namoota kanatti balleessaa muranii jiru.

Yakkamtoonni himannaan shororkeessummaa irratti dhiyaate kun balleessaa itti murame irra deddeebi’anii haalanii jiru. Abukaatooleen isaaniis himata abbaan alangaa dhiyeeffate ragaa qabatamaa hin qabu jedhanii falmanis fudhatama hin arganne. Kanaaf gareen Abukaatolee walitti dhufuu dhaan mootummaa himachuuf qophaa’uu isaanii obbo Tamam Abbaa bulguu ibsanii jiru. Gaaffii fi deebii armaan gadii dhaggeeffadha.

Gaaffii di Deebii
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:48 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG