Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gara Itti Adeemtu Baruu Yoo Feete Eenyu Akka Taatee fi Eessaa Akka Dhufte Beekuu Qabda


Toltuu Tufaa
Toltuu Tufaa
Lammi Awustraaliyaa hidda dhalata Oromoo kan taate Toltuu Tufaa umriin ishee Digdamii torba. Abbaan Toltuu Oromoo harmeen ishee immo lammii biyya Turkii ti. Afaan Oromoo Afaan Turkii fi Afaan Ingilizii sirritti beekti.

Afaan ofii sirritti beekuun Aadaa fi seenaa saba ofii baruuf furtuu dha kan jettu Toltuun ijoollee ofii ijoollummaa kaasee afaan ofii barsisuun itti gaafatama maatii ti jetti.

Yeroo ammaa gosa barnootaa qor-sammuu ykn Saaykooloojiin Doktorummaa ykn pii eech Dii (PHD) barataa kan jirtu Toltuun hogganaa gaarii ta’uuf nama ajajuu otoo hin taane ofii hojjatanii jaalala horachuutu barbaachisa jetti.

please wait

No media source currently available

0:00 0:14:10 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG