Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummeen Ministera Itoophiyaa Torbaan Dhufu Kora Tokkummaa Mootummootaatiif New Yoorki Dhufu


Tokkummaan Mootummootaa torbaabn dhufu keessa Amerikaa New York kora taahaa, muummeen minsitera Itoophiyaa obboo Hayilee Maariyam Dessaalenyitti kora kana dhaqa.

Akka misnitera deettaa odeeffannoo ummataataa waajjira muummee misnitera Itoophiyaa obbo Geetaachoo Reddaa jeedhetti Obbo Hayilee Maariyma akka muummee minsitera qofaa mitii akka itti gaafatamaa Waldaa Afrikaallee tahee kora kana dhaqa
“Waan Itoophiyaa fi Afrikaa laalaa irratti dubbata.Tanaafuu Afrikaa fi waan biyya teennaa laalaa irratti dubbata.”

Obbo Hayilee Maariyma dhiyoo tana kora biyya guddataniifi guddachuutti jrian 20n Russiaa magaalaa St.Petersugritti taahanii mala jireennaa addunyaatii fi rakkoo akka akkaa irratti mari’atan dhaqee gale.

Itoophiyaa kora G20 fi G8 biyya guddatanii fi guddachuutti jiran 20 fi ta guddatan 8n jechuu ganna sagalii asitti akkanuma dhaxxi.

Akka jecha obboo Geetaachoo Itoophiyaatti hujin Itoophiyaan hiyyum keessaa bahuuf hojjachuutti jirtu nama hedduuf fkn tahuu dandeetti jedhanii ragaaf nu yaamuutti jiran jedha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG