Xurree ittiin seenan

Siidaan Yaadannoo Annoolee Eebbifame

  • Tuujubee Horaa

Siidaan yaadannoo Annoolee akkasumas musiumiin Anole dilbata darbe jechuunis Ebla 6 bara 2014 eebbifamee jira. Sirna kana irratti uummati kuma kudhanii ol ta’u argamuun isaanii ibsamee jira.

Siidaan kun fixiinsa sirna gara jabinaan raawwatame akka irra hin deebi’amne dhaloota borii barsiisuu akkasumas sabaa fi sab lammoonni Aadaa fi afaan walii kabajuun tokkummaan akka wal wajjin jiraataniif mallattoo dha malee akka mormitoonni hagi tokko jedhan haaloo kuusuuf miti jechuun itti gaafatamaan waajjira Aadaa i Turismii Oromiyaa obbo Mohammod Jiloo nuuf ibsasniiru.
XS
SM
MD
LG