Xurree ittiin seenan

Mariin Dhimma Sudaan Kibbaa Itti Fufee jira.

  • VOA

Gareeleen Sudaan kibbaa keessatti wal waraanaa jiran lameen boqonnaa torban sadii booda har'a marii itti fufanii jiru.

Guyyaa borii immoo kallattiin wal arganii mari'atu jedhamee eegama.
XS
SM
MD
LG