Xurree ittiin seenan

Breaking News

Du'a Gurraacha ! Kitaaba Haaraa


Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa
Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa
Kitaabonni Afaan Oromoon barreeffaman waggootii dhiyeenya kana keessa lakkoobsaan dabalaa jiru. Dargaggoon kitaaba haaraa "DU'A GURRAACHA" jedhamu barreesse Yoomiyyuu Mul'ataa Kitil Bitootessa 21 bara 2014 eebbisiisee gabaa irra oolche.

Kitaabni kun seenaa dhugaa ta'an irratti kan hirkate yoo ta'u afaanii fi aadaa akkasumas haala hawaasummaa fi siyaasaa Oromoo of keessaa qaba. Kitaaba barreessuuf fedhii kan qaban danuu ta'an iyyuu gama maxxansiisuu fi raabsuun hanqinni maallaqaa rakkoo ta'uu dargaggoo Yoomiyyuun ibsee jira. Ta'us garuu dhaloota boriif seenaa galmeessanii darbuun barbaachisaa dha jedha.
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:20 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG