Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dimookiraasii Itiyoophiyaa: Tarkaanfii Tokko gara Fuul-duraatti Lama gara Boodaatti


Dura taa’aan Kongresa Federaalawaa Oromoo fi dura-taa’aan Gamtaa Medrek kan yeroo ammaa Dr. Mararaa Guddinaa eega baatilee as dhiyootii as naannawaa Washington DCka jiru dhaaba NATIONAL ENDOWMENT FOR DEMOCRACY jedhamuun, waa’ee deemsa Dimookiraasii geggeessaa jiru.

Dhiyeenya kana jechuun Adoolessa 10 ba’ii qorannaa isaanii kana uummata as naannawa Waashington DC jiratuuf dhiheessanii jiran. Deemsi Itiyoophiyaan gara dimookiraasummaatti cehuuf gootu, akka tarkaanfii tokko gara fuul-duraatti deemanii tarkaanfii lamaan gara boodaatti deebi’uu ti, jedhu – Dr. Mararaan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:06 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG