Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuba Ibolaa fi Sodaa Inni Uume


Biyyootii Afrikaa dhiyaa keessatti dhukkubi Ibolaa waggaa kana keessa lubbu nama 800 ol galaafatee jira.

Giinii Laayberiyaa fi seeraaliyoon keessatti vaayrasii Ibolaa to'annaa jala oolchuuf jecha yunaaytiid steetes ogeessoota eegumsa fayyaa kan addaa shantama ergaa jirti.

Gama kaaniin yunaaytiid stetes lammiwwan ishee lamaan kanneen biyyoota Afrikaa dhiyaa keessatti dhukkuba Ibolaan qabaman giddu kana gara biyyaatti deebisuun wal’ansa fayyaan gargaaraa jirti.

Lammi Amerikaa kan Laayberiyaa keessatti Ibolaan eega qabamee booda gara Naajeriyaatti imalee achitti kan du’e yoo ta’u Doktoorri nama kana wal’anaa turanis du’uu Naayjeriyaan gabaastee jirti.

Iboolaan maali? Attamitti nama irraa namatti daddarba? Off eegganoon godhamu qabu maali?

Gaaffii fi deebii geggeeffame caqasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:14 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG