Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ibolaa fi Afrikaa Dhiyaa


Afrikaa dhiyaa Keessaatti lakkobsii namoota dukkuba Ibolaan qabamanii dabalaa jira. Biyyonni Ibolaan keessatti argame Laayberiyaa seeraaliyoon Ginii fi Naayjeriiyaa ta’uun ibsamee jra. Garuu namni hedduun kan keessatti dhukkubichaan qabamee fi du’aa jiru Laayberiyaa ta’uun ibsamee jira.

Lammiwwan Amerikaa lama kanneen dawaa yaalii dhaaf hojii irra oole fudhatanii fayyuuf akkuma carraa argatan Doktorri biyya Naayjeriyaa tokko fi Lubnii waldaa kristaanaa lammii Speen ta’an immo dawaa kana gargaaraman iyyuu du’an boqochuun isaanii gabaafamee jira.

Briteen lammi ishee seeraaliyoon keessatti dhukkuba Ibolaan qabame gara Londonti kan deebiste yoo ta’u waaltaan to’annaa fi ittisa dhukkubootaa kan Amerikaa hojjataa isaa biyya Afrikaa dhiyaa keessa ture tokko nama Ibolaan qabame wajjin ture jechuu dhaan hordoffii barbaachisu gochuuf gara biyyaatti deebisee jirti.

Gabaasa Guutuu caqasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:12 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG