Xurree ittiin seenan

Dubrtootaa fi Gadaa Boranaa

  • Jaallannee Gammadaa

Kora waggaa kan waldaa qorqnnoo Oromoo irratti namoota mata duree adda addaa irratti ibsa kennan keessaa Aaddee Adii Waariyoo tokko. Mata dureen irratti dubbatanis Gadaa Booranaa keessatti qooda dubartootaa kan jedhu ture.

Kana malees Siqqee, aadaa fudhaa fi herumaa akkasumas kanneen biroon Boorana keessatti maal akka fakkaatu aaddee Adii Waariyoo Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsanii jiru.

XS
SM
MD
LG