Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaadannoon Fulbaana 11 Yeroo yaadatamee oole kanatti ISL sababaa yaaddoo ta’ee jira


Prezidaant baraak Obaamaan haadha warraa isaanii Misheel Obaamaa akkasumas itti aanaa prezidaantii ameerikaa Joe Biden sa’aatii Fulbaana 11 bara 2001 xayyaarri inni jalqabaa butame biilsa waaltaa daldalaa addunyaa lakkuu magaalaa New York keessa jiru keessaa tokko yeroo jalqaba itti rukutametti sirna calliinsaa White HOuse keessatti geggeessame irratti argaman.

Prezidaant Obamaa fi haati warraa isaanii immoo sirna yaadannoo minitstirii ittisaa United States ykn Pentagon keessatti geggeeffame irratti argamanii jiru. Xayyaarichi butame inni sadaffaan mooraa kana haleele namoonni dhibba hedduun dhuman.

Magaalaa New York keessatti balaa dhaqqabeen kanneen dhuman namoonni kuma sadii maqaan isaanii maatii isaaniin dubbifamee jira.

Gabaasa Guutuu caqasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:11 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG