Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattoonni Yemen dararaan nu irratti raawwatamaa jira jedhu


Baqattoonni Oromoo kanneen Yemen keessa jiraatan yeroo ammaa rakkoo keessa jiraachuu isaanii dubbatu.

Lammiiwwan Yemen kanneen Sana'aa fi magaalaalee ka biroo keessaa gosaan wal qodoanii walii isaanii irratti ka'anii wayita jiran kanatti gurraacha of keessatti arguu hin feenu jechuu dhaan baqattoota irraan reebicha, saamichaa fi ajjeechaa nu irraan ga'aa dubartoonni keenyas humnaan gudeedamaa jiru jedhu.

Torban darbe keessa illee kan rasaasaan rukutamee balaan madaa'uu irra ga'ee ture baqataan Oromoo tokko dhaaba koolu galtootaa fi kan baqattootaatti iyyatu iyyuu deebii waan dhabeef jecha of ajjeesuu isaa miseensi hawaasa Oromoo Yemen Sana'aa nuuf ibsanii jiran.

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:03 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG