Xurree ittiin seenan

AngawoonnI Sudaan Kibbaa Mootummaa Ganan

  • Eskinder Frew

Walitti bu’iinsa sudaan kibbaa keessaa furuuf mariin gaggeeffamu itti fufee yeroo jiru kanatti aangawoota mootummaa sudaan kibbaa keessaa sadii gananii mormitootatti dabalamanii jiru.Isaan kunis Tokkummaa Mootummotaatti Ambaasaadara Sudaan Kibbaa kan turan Lubuumbaa Staansilaas paarlaamaa sudaan kibbaa keessatti miseensa kan ta’an Heenrii Eedward akkasumas kutaa Liiks jedhamu kan biyyatti keessatti ajajaa waraana Blisummaa Sudaan kibbaa Maakuyeer Mangaar ta’uun beekamee jira.

Wawwaannaa fi rakkoo uummataa dhaggefachuun tarkaanfii barbaachisu fudhachuuf yeroon amma, biyya keenya kufaatii irraa oolchuuf harka wal qabachuu qabna jedhu.

XS
SM
MD
LG