Xurree ittiin seenan

Ayyaanni Dhaloota Gooftaa Yesuus Kirsitoos Kirstaanota naannoo addunyaatiin kabajamee oole!

  • Tujube Hora

Hordoftoonni amantii Kirstaanaa bakka garaagaraa jiraatan ayyaana dhaloota Gooftaa Yesuus Kirstoos ayyaaneffatanii jiran. Kutaalee Ameerikaa garaagaraa keessa kan jiran dhaggeeffattoonni keenya haala attamiin ayyaana kana akka kabajan illee ibsaniiru. Hoogganoonoota amantii kirstaanaa haga tokko haasofsiisuu dhaan hiikaan ayyaana kanaa maal akka ta’eef ergaa bara kanaaf qaban dabarsaniiru. Faaruleen guyyaa kana ilaallatan illee keessummoota nuti har’a afeerre akkasumas faarulee faarfattootaa ka biroo illee qophii keenya keessatti dhiyeessinee jirra.

XS
SM
MD
LG