Xurree ittiin seenan

Seerri filannoo mirga uummataa irra mulqu haa xiinxalamu jedha gamtaan Afriikaa Arenan miseenosota koo irra miidhaan ga'e jedha

  • Mallaskaachoo Amahaa

Taajjabdootii gamtaa Afrikaa Akka Itoophiyaan Seera Filannoo Mirga Ummataa dhiituuu malu Irra Deebitee akka Ilaaltu Gaafate . Paartiin Arena Tigraay Duula Filannoo Irratti Namoonni koo Nurraa Miidhaman Jedha Meleskachew Ameha Finfinnee irraa Girmaay Gabruu immoo Mekelee irraa gabaasaalee nuuf erganii jiran.

XS
SM
MD
LG