Xurree ittiin seenan

Ati Gazexxessituu Dhaa ? Filannoo Itiyoophiyaa Bara 2015

  • VOA

Aniitaa Paawool

Aniitaa Paawool

Filannoo Itiyoophiyaa keessatti Caamsaa 24 bara 2015 gaggeeffame gabaasuuf kanneen Finfinnee seenan keessaa tokko Gazexxessituu Raadiyoo sagalee Amerikaa Anitaa Paawool tokko turte. Waggaa kudhan dura jechuun bara 2010 Filannoo Itiyoophiyaa keessatti gaggeeffamees gabaastee jirti.” Qabsiisa ykn Yaadannoo Gazexxessaa irraa” mata duree jedhu jalatti waluumaa gala yeroo Finfinnee keessa turte waan argite waan dhageesse waluumaa gala haala keessa dabarte gabaastee jirti.

XS
SM
MD
LG