Xurree ittiin seenan

Breaking News

Perezdaantiin FIFA,Sepp Blatter Hujii irraa Bu’uuf Deema, Balleessaalleen Qorachuutti Jiran


Perezidaantii FIFA Sepp Blatter, Zurich Switzerlandi Waxabajjii 2,2015 Zurich
Perezidaantii FIFA Sepp Blatter, Zurich Switzerlandi Waxabajjii 2,2015 Zurich

Bulchoota Federeshiinii Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa (FIFA) ka ammaatii fi ka durii keessaa nama torba gumboo doolara miliyoona 150 fudhtani jedhanii himachuutti jiran.

Akka USA fi Siwizerland irratti walii galanitti gumboo nyaatani hojjachuun FIFA amala.

Gaafa Afrikaan Kibbaa dorgommii Waancaa Addunyaa qopheessitellee bulchooti FIFA keessaa hagii tokko dooalra miliyoona 10 gumbo fudhatee akka biyyitii sun dorgommi qopheessitu tolche.

Warra dubbiin tun bubbultee tuttuquutti jritu keessaa tokko perezdaanti FIFA,Seppi Bilateriiti.

Bilaater duruu ganna 17 waldaa kana bulchee ammallee haa ganan shan dabalatu jedhanii dhiyoo filan.

Jaarsii ganna 79 kun qorannoon oowwitee isallee tutuxxee jennaan amma hujii irraa bu’aa jedhee labsate.

Bilaater caasaan FIFA jijjiiramee waadaa ummataa galle guutuu mallee jedhee dubbachaa ture.

Hujii irraa bu’iiti tana hardha waajjira FIFA ,Zukiki jiru keessatti labse,

“Waldaan miseensa 209 qabu na filullee hawaasa kubbaa miilaa addunyaa keessaa hedduutti hedduutti yaada kiyya hin

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG