Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oomishi Buna Itiyoopiyaa Dabale jedhu angawoonni


Oomishi buna Itiyoopiaa dabalaa adeemuu isaa fi keessumaa bara kana immoo daran dabaluun isaa gabaasamee jira. Oomishi kun dabaluuf sababaan lafti hedduun bunni

Bunni kan oomishamu irra hedduun Naannoo Oromiyaa irraa ti. Biiroo qonnaa Oromiyaatti geggeessaan hojii extenshinii naannoo kan oomisha bunaa kan ta’an obbo Dachaasaa dhugaasaa akka ibsanitti lafi bunaan qabame yeroo dhaa yerootti waan dabaleef jedhan.

Waggootii kurnaan darban keessa bunni miliyoona dhibbaan laka’amu kan dhaabame si’a ta’u yeroo ammaa oomishi walitti qabamuu jalqabeera jedhan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:56 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG