Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni ID AL ADADHAA har'a guutuu addunyaa irratti kabajamee oole ID MUBARAK!!


ID AL ADAHA WASHINGTON DCT-TTI
ID AL ADAHA WASHINGTON DCT-TTI

kan har'a kabajamee oole ayyaanni Arafaa as naannoo Washington DC fi naannoo ishee kan jiran hordoftoonni amantii Islaamaa birattis kabajamee jira. Ayyaanni kun guyyaa itti hiyyeeyyii gargaaruu dhaan waliif yaadanii dhiyaana waliin qooddachuu dhaan ka rabbi ajaje gaarummaa itti hojjetan.

Washingon DC keessa kan jiru Imaama masgiida First Hijira kan ta'an Sheek Haaliid Mohamud Umar ayyaanni kun kan nagaa fi jaaalalaa akka ta'u uummata maraaf hawwuu dhaan ergaa baga ittiin isin ga'ee dabarsanii jiran.

Nutis kanneen ayyaana kana kabajan maraan maqaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaan ID MUBARAK!! jenna.

Guutummaa isaa dhaggeeffadhaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:10 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG