Xurree ittiin seenan

Godaantonni Baatii Fulbaanaa keessa gara Awrooppaatti yaa’aa jiran hedduun lubbuu isaanii dhaban. Gamtaan Awrooppaas godaantota gara isaatti baqataa jiraniif fala hin barbaadu taanaan uummati hedduun itti dabalaa dhumuu mala jechuun dhaaboliin gargaarsaa akeekkachiisaa jiran.

XS
SM
MD
LG