Xurree ittiin seenan

Godaantonni giddu galeessa bahaa Awrooppaa seenuuf jiran poolisiin ofi irra deebisaman

  • VOA

Hungariin daangaa ishee cufuu dhaan godaantonni irra hedduun giddu galeessa bahaa irraa ta’an gara Arustriyaa fi Germaniitti akka hin ceene dhorkitee jirti.

Poolisoonnis baabur isaan koran keessaa baasuu dhaan godaantota buufata sana keessaa baasanii jiran.Godaantonni kun eessatti akka deemaa jiran illee hin beekan.

XS
SM
MD
LG