Xurree ittiin seenan

Awrooppaan godaantota gara isheetti baqataniif garaa akka laaftu tokkummaan mootummootaa gaafate

  • VOA

Dhaabi baqattootaa kan tokkummaa mootummootaa kurna tokko keessatti baqattoonni gara Awrooppaatti yaa’uu isaanii ilaalchisee gara laafinaa fi haqaan deebii akka kennan gaafatee jira.

Baqattonni kuma 200 irra hedduun Syria irraa ta’an waggaa kana dadhata siyaasaa barbaaduuf jecha imala sodaachisaa geggeessaa jiran.

XS
SM
MD
LG