Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormii Labsii Bulchiisa Magaalaalee Oromiyaa Mudate


Obbo Baqqalaa Nagaa
Obbo Baqqalaa Nagaa

Labsii Lakkoobsa 65/1995 ka magaalota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf bara 2003 bahee ture irra-deebiin fooyyessuuf jechuudhaan, Caffeen Oromiyaa, dhiheenya kana labsii haaraa baasee irratti ka mari’ate – walga’iin tokko, Dilbata dabre, gaafa Onkolooleessa 18, bara 2015, paartii momituu, Kingiresa Federaalawa Oromootiin geggeessamee jira.

Miseensonni mana-maree Oromiyaa haarawa filataman otuu walga’anii sirriitti wal hin bariinii fi hin mari’atiin labsii kana akka baasan taasisamuun, dhimma shakkii uume isa jalqabaa ti – ka jedhan, barreessaan Koongiresa Federaalwa oromoo, Obbo Beqqelee Nagaa, “Maaster Plaaniin magaalaa Finfinnee, ka dantaa Oromoo irratti dhiibbaa guddaa qabu sun ennaa Oromoo biratti fudhatatama diddaa guddaa kaasetti, harka dudduubaatiin kaayyoo master plaanichaa hojii irra oolfachuuf kan raaw’atame – Labsiin kun” jedhu. Kun, akka Mootummaan Oromiyaa magaalaalee Oromiyaa, magaalaalee Oromiyaa irra-jireessi isaa uummata Oromoo hin taneen guutaman irratti aangoo hin qabaanne illee ka godhuu fi eenyummaa fi dantaa uummata Oromoo irratti ka miihdaa guddaa gidu akka tahe dubbatu – Obbo Beqqeleen.

please wait

No media source currently available

0:00 0:12:27 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG