Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Omisha Midhaaniin Of Dandeessetti.Garu Wabii Nyaataa argamsisuu Hin Dandeenye


Ministeer Deetaa Wendiraad Mandafroo
Ministeer Deetaa Wendiraad Mandafroo

Naannowwan adda addaa kan Itiyoophiyaa keessatti caamnii kan dhaqqabe ta’uus oomishnii midhanii walii gala kan waggaa kanaa gad kan hin buune ta’u ministerri qonnaa kan bniyyatti ibsee jira.

Gargaarsii yeroo ammaa raabsamaa jiru harka caalaan kan mootummaan Itiyoophiyaa dhiyeessee fi caamnii kun ituu hin dhaqqabiin dura naannolee hundumtuu bishaan jiru kuusuudhaan rakkoo kana dura akka dhaabatan gochuuf qarshii miliyoona torba kennamuu ibsamee jira.

Itiyoophiyaa keessatti caama mudateen uummanni gargaarsa hatattamaa barbaadan Miliyoona saddeeti akka ta’an irra deddebi’ee aangawoonni dubbataa turan. Kunis kanneen sagantaa Seeftii Neet keessa kan jiran kan dabaltuu ta’uun ibsamee jira.

Garu gabaasnii ministeerri qonnaa kun isa duraan aangawoonni jedhan waliin wal faalleessa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:52 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG