Xurree ittiin seenan

Baqattummaa Afriikaa keessaa kan Waggootii 19 lakkoofsise

  • Jaallannee Gammadaa

Lakkoobsi namoota waggaa kana dirqamanii qe’ee isaanii dhiisanii baqatanii akkaan ol ka’ee jira. Namoonni kumaa hedduutti laka’aman Afriikaa fi giddu galeessa bahaa irraa ka’anii galaana Mediteraaniyaan qaxxaamuruun imala lubbuu isaaniif sodaachisaa ta’e geggeessanii gara Awrooppaatti qajeelu.

BiyyootA Afriikaa adda addaa akkasumas Siiriyaa fi Afgaanistaan irraa dargaggoonni hedduun gara Awrooppaatti godaanu. Dargaggoota qofaa utuu hin taane ijoollee fi haadholiin illee godaanaa jiran. Dargaggoo Oromoo baatii 3 dura Jarmanii dhaqqabe akka ibseetti godaansii carraa du’uu ykn jiraachuu ti jedha.

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG