Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ugaandaan, waggoota digdama keessatti, hala qilleensaa hamaan rakkataa jirtiYeroo qilleensi tu


Yeroo qilleensi tuujii Paasifik irraa how’ee, suduuda deemsa qilleensaa jijjiiru kan uumamu – qilleensa El Niinoo jedhamu ka yeroo ammaa Ugaandaa mudatee jiru kun.

Waaltaa daataa Metriyooloojii Yugaandaaf hoogganaa ka ta’an – Godfrey Mujuni, biyyattii keessatti, yeroo silaa caama ta’etti, roobni roobuun kan itti fufe ta’uu dubbatu.

Eyyeen, xiinxalli keenya haala itti El Niinoon jijjiirama qilleensaa uume irratti kan geggeessamu. To’annaa fi qorannaan keenya amma illee ittuma fufee jira.

Maal jennaan haalli qilleensichaa amma illee gab hin jenne. Yoo El Niinoon gab jechuu dhabee akkuma jabaatee jiru kanatti itti fufe, ka silaa as Ugaandaa keessatti baateelee caamaa turan - baatiileen Amajjii fi Guraandhalaa dhufan rooba ta’uuf jiran. Naannoolee biroo keessatti ka’insi El Niinoo wal-jijjiirraa how’aa qilleensaa uuma. As Afrikaa Bahaa keessatti garuu, heddummina roobaa fida jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG