Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti Gaafatamaa Milishoota ISIS Paaris, Faransaayitti nama 124 Ficcisiisee ya ijeesan


Abdelhamid Abaaoud,suuraa kana marsaa interneetii ISIS irraa keeyyate
Abdelhamid Abaaoud,suuraa kana marsaa interneetii ISIS irraa keeyyate

Abdelhamid Abaaoud, nama ganna 27 ykn 28 asiin drualleetti akka oduu poolsii Faransaayitti marroo afur nama ficcisiisuuf jedhee hin taaneef.

Poolisii Fransaansaayiitti fulaa nama sunii fi miilotii isaa itti dhokatan Fransaan gara baaddiyaa dhaqee barrraaqaanu mana isaa marsee nama lama keesatti fixe.

Namii ijjeefame kun akka oduu waajjira abbaa alangaa addaa Paarisiitti,lammii Beljiyeem dhalootaan Morookooti.Lola magaalaa Saint Denis keessatti man marsanii saatii rsaatii torba hadhan keessatti reeffa rasaasii cire argan.

Akka minsiterii biyya keessaa Faransaay Bernard Cazeneuve jedhetti biyyitii isaa akka Abaahud Awurooppa keessa jiruuyyuu haga ammaatit hin beenne.

Gama kaaniin paarlaamaan Faransaay biyyitii isaanii muddamsuu jala jirti jedhanii seera baasan.

Akkana jechuu poolsiin biyya sunii guyyaa boqonnaa isaaniillee qawwee hidhatanii yaahanii namuu waan dhufaatiif qophii jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG