Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pirez.Oromiyaa:Godinoota Jeequmsi itti ka’etti ummatii jireenna ofiitti deebi’aa jira galatni ka hawaasaafii fi seera eegdotaati


Pireezdaantii naannoo Oromiyaa, Muktaar Kadiir
Pireezdaantii naannoo Oromiyaa, Muktaar Kadiir

Akka perezidaantiin naannoo Oromiyaa ibsa gaazexeessitotaaf kenne irratti jedhetti jeequmsii maqaa gaafii ummatataatiin dhiyaate nagaa biyyaatii fi ummataa booressuu qofa adoo hin tahin hujii ijaarsa demokiraasiitii fi misooma biyyaatiifuu balaa.

Ummataa fi humnootii nagaa, jeequmsa akkuma jirutti tohanna jala oolchuu isaaniitiif galata qabaa jedha obboo Muktaar.

Godnoota jeequmsii keessatti ka’etti ummatii hujii fi jireenna ufiitti deebi’uutti jiraa jedhee galateeffate.

“Humnitii nagaa adoo humnitii jeequmsaa namaa fi qabeennas balleessuuf falatanuu, jaalala ummataaf jedhanii adoo miidhamanuu, lubbuu dhabanuu, ummata balaa irraa hambisuuf hojajtan.

"Jarri kun dhuguma ummata keessaa bahee ummatumaa hojjachuu isaa agarsiisaa nagaa ummataatii dhaabachuu isaanii agariisan …tanaaf maqaa mootummaa naannoo Oromiyaatiin humna nagaa eegan galateeeffanna,” jedha perezdanatiian naannoo Oromiyaa.

Rakkoon godina kakkanatti dhufte akka jecha perezidaantii naannoo Oromiyaatti ijaarsa demokiraastii fi misooma biyyattiif balaa taati. Umamtii naannichaa akka jeequmsii dafee dhaabatu hojii jeequmsaa falmee,jaibbees.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG