Xurree ittiin seenan

Breaking News

Imbaasiin Ameriikaa Itoophiyaa Jiru Warra Fiilmii Jiruuf-Jireenya Dubartootaa Irratti Xiyyeeffate Hojjate Badhaase


Imbaasiin Yunaaytid Isteets han Finfinnee,dorgommii fiilmii gabaabaa "Seenaa Ishii" jedhu, han jiruuf jireenya dubartootaa irratti xiyyeeffatu warra moo'ee badhaase. Bitooteessa, 2016
Imbaasiin Yunaaytid Isteets han Finfinnee,dorgommii fiilmii gabaabaa "Seenaa Ishii" jedhu, han jiruuf jireenya dubartootaa irratti xiyyeeffatu warra moo'ee badhaase. Bitooteessa, 2016

Bitooessi ji’a Seenaan dubartootaa itti yaadatamu. Imbaasiin Amerikaa han Finfinnees ji’a kana keessaa qophiiwaan dhimma kanaaan wal-qabataan adda addaa gochaa ture. Dhuma ji’a irrattimoo mata duree

“Seenaa Ishii” (Her story) jedhu jalatti fiilmii dhimma dubartootaa irratti hundahee dhaqiiqaa sadii tti seenaa dabarsuu danda’u dorgomsiisee warra tokkoo amma sadii bahan badhaseera.

Dorggommi filmii gabaabaa Kana Tokkofaa han bahe “Hojii hin qabdu” (siraa yelaatim) filmii jedhu. “Hojichaa odoo waljijjiree han hadholiin keenya hojjachaa oolaan mindaadhan hin tilmaamamu” jedha, filmiicha han hojjate, Hanibaal Aberaa. Dorgommi Kanaan lammaffa han bahe, Filmi Yaneet Biranuu han adda addumaa ijoolee dubartii fi dhira edduu jiru irratti xiyyeefatatu.

Ambaasaderiin Embaasii Ameerikaa han Itoophiyaatti Patricia Haslaak filmonni dorgommii kanaratti dhihaatan hundi ergaa cimaa qaban jetee, filmiin kun Finfinnee qofa odoo hin ta’in bakka baayyeetti akka agarsiifamu akka qabu ibsite.

Gabaasa Sagalee.
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:37 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG