Xurree ittiin seenan

Hirmaattota Leenjii 'YALI'


Bara 2016 Yniversitiiwwan fi koolejiiwwan Yunaayitid Isteetis 36 daraggoota Afriikaa kuma tokko sagantaalee Daldala, hojii uumuu fi hooggantummaa Sivikii akkasumas bulchiisa hawaasaa ilaalchisee leenjii kennuuf jecha simatanii jiran. Dhaabbata “Mandela Washington Fellowship” jedhamutu ga’eessota biyyootii Afriikaa Uffee Sahaaraa gad jiraniif dandeettii guddaa qaban hojii hooggantummaaf qopheessuuf carraa kana kenne.

XS
SM
MD
LG