Xurree ittiin seenan

Soomaliin xuyyuura caatii fa’atee Keenyaa itti dhufuu ammaaf ya biyya isii seenu dhowwatte

  • VOA

Soomalitti namii diqqaa guddaalleen caati nyaata, Mogadishu bara 2014

Soomalitti namii diqqaa guddaalleen caati nyaata, Mogadishu bara 2014

Waan hedduu Keenyaa fi Soomaliin waliin qaban keessa tokko daldala.

Caatii(miraa) Keenyaa guyyuu gara Soomaliitti fa’an jalaa daldaldootii doolara kuma 800 argatti torbaan.

Keenyaan ammaaf akka caatiin(miraan) kun itti hin seenne seera baafatte.

Akka minsiterii geejjiba xuyyuura Soomalii, Alii Ahmed Janagalii VOA-ti himetti mootummaan isanii Caatii irraa faaydaa womatuu hin argatu.

Torbaanitti Xuyyuura 20 Keenyaa Caatii fahatee Soomalii magaalaa akka Moqaadishoo faa dhufa.

Xuyyuurii kun caatii toonii 20,kintaala 200 fahatee Soomalii dhufa.

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG