Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaafii fi deebii Rooyters Sirna Awwaalchaa Tasfuu Taddasaa Birruu Irratti Argamee Haadha Tasfuu fi Abbaa Tasfuu wajjin godhe


Gaafii fi deebii Rooyters Sirna Awwaalchaa Tasfuu Taddasaa Birruu Irratti Argamee Haadha Tasfuu fi Abbaa Tasfuu wajjin godhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:16 0:00

Tasfuu Taddasaa Birruu namoota ayyaana Irreechaa Hora Arsadee baranaa irratti lubbuun isaanii bade keessaa tokko. Mootummaan Itoophiyaa haala ummameen lubbuun namoota 52 baduu beeksiisee gadda guyyaa sadi’ii labseera. Paartiin kongresii Federaala Oromo garuu lakkoofsi namoota dhumanii atattamaan dabalaa dhufuu dhaa fi amma ammaatti odeeffannoon dhaabni isaani walitti qabee akka agarsiisutti namonin 678 du’uu isaanii VOAti himeera.

XS
SM
MD
LG