Xurree ittiin seenan

Seenaa Lammiilee Ameerikaa Hidda Dhalata Aafrikaa

Muziyemiin Seenaa Lamiiwwaan Ameerikaa Hidda Dhalata Afrikaa bara darbe magaala guddittii Ameerikaa Washingitan diisiitti baname.
Ummanni kun ummata gidiraa baayyee keessa darbe fi gabrummaa didee qabsahee bilisummaa gonfate.
Suurawwaan kun muziyemii seenaa ummatichaa himu amma tokko sin dawwachiisa.
Daran agarsiisi

Uffata falmituu mirga dhala namaa Roozaa Paark  Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa, keessatti agarsiisaf taa'e, waashingitan Diisii 
1

Siidaa atleetota diddaa "black Power' jedhamu Olompikii bara 1968 irratti agarsiisaanii dhabbate,  Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa,
2

Pirezdaant Baraak Obaamaa fi haadha warraa isaa Mishel Obaamaa, pirezdaant Joorji Buush fi haadha warraa isaa Laawuraa Buush, Daayreektarii Muziyemii Seenaa Lammiiwwaan Ameerikaa Hidda Dhalata Afrikaa qabanii wajjiin sirna eebba muziyemiichaa irratti ,Fulbaana  2016
3

Seenan pirezdaant Obaamaa fi maatii isaa agarsiisaaf yeroo dhihaatetti, Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa,
4

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG