Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seenaa Lammiilee Ameerikaa Hidda Dhalata Aafrikaa

Muziyemiin Seenaa Lamiiwwaan Ameerikaa Hidda Dhalata Afrikaa bara darbe magaala guddittii Ameerikaa Washingitan diisiitti baname.
Ummanni kun ummata gidiraa baayyee keessa darbe fi gabrummaa didee qabsahee bilisummaa gonfate.
Suurawwaan kun muziyemii seenaa ummatichaa himu amma tokko sin dawwachiisa.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG