Xurree ittiin seenan

Breaking News

Niil Gorsaach Abbaa Murtii Ta’uuf Hirbuu Seenan


Niil Gorsaach Abbaa Murtii Ta’uuf Hirbuu Seenan
Niil Gorsaach Abbaa Murtii Ta’uuf Hirbuu Seenan

Abbaan murtii mana murtii muumicha US Antonin Scalia du’aan boqotanii baaatilee 14 booda manni murtichaa bakka duwwaa ture tokko guutuu dhaan Neil Gorsuch hirbuu seenuun bakka sana qabatanii jiran.

Abbaan murtii harawaan kun sirnaawwan adda addaa lama irratti sirna hirbuu seernuu seeraa lama seenanii jiru.

Inni jalqabaa mana murtii ol aanaa keessatti hoogganaa gameessa mana murtichaa John robertsiin ennaa ta’u booda irra immoo White House keessatti sirna qophaa’e irratti abbaa murtii Anthony Kennedy kakachiisuun hirbuu seensisanii jiran. Prezidaant Traamp fi itti aanaan isaanii Mike Pence sirna sana irratti argamanii jiru.

Gorsuch erga hirbuu seenanii booda amanamummaa dhaan seera ol aanaa biyyattii kan ta’e heera biyyattii kan tajaajilan ta’uu beeksisan.

Repbulikaanota keessaa kurna tokkoof mana murtii ol iyyannaa federaalaaf kan hojjetan filatamuu Gorsuch kan morme hin

XS
SM
MD
LG