Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiiwwan Ameerikaa Kooriyaa Kaabaa Keessatti Hidhaman Hiikamuun Shakkisiisaa Dha


 Lammiiwwan Ameerikaa Kooriyaa Kaabaa Keessatti Hidhaman Hiikamuun Shakkisiisaa Dha
Lammiiwwan Ameerikaa Kooriyaa Kaabaa Keessatti Hidhaman Hiikamuun Shakkisiisaa Dha

Yunaayitid Isteetis fi Kooriyaan Kaabaa sababaa yaaddoo nukleraan kan ka’e gara walitti bu’iinsaatti siqanii ennaa jiran kanatti yeroo ammaa Kooriyaa Kaabaa kessatti hidhamanii kanneen jiran lammiiwwan Ameerikaa sadii yeroo dhiyootti waan hiikaman hin fakkaatu.

Kiim Saang Duuk kan jedhaman lammiin Ameerikaa hiddi dhalata Kooriyaa Kaabaa nama hidhame sadaffaa ta’aniiru. Biyyattii keessaa ba’uu utuu yaalanii buufata xayyaara Piyoongyaang irratti sanbata darbe qabaman.

Kan umuriin waggaa 58 Kiim Yunivarsitii Saayinsii fi Teeknooloojii Piyoongyaang keessaa barnoota Akkaawuntiingii barsiisaa turan Kiim.

XS
SM
MD
LG