Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchootii Biiroo Federaala Qorannoo Amerikaa(FBI) rakkoolee Amerikaan keessa jirtu irratti kongireesiif ibsa kennan


Daarektera FBI James Comey yoo galma wal gahi USA, Capitol Hill keessatti waan biiroo isaa gaafatanif deebii kenna.Caamsa 3,2017
Daarektera FBI James Comey yoo galma wal gahi USA, Capitol Hill keessatti waan biiroo isaa gaafatanif deebii kenna.Caamsa 3,2017

Raashiyaan dorgommii filannoo Amerikaa irratti Tiraampi gargaaruuf filannoo Amerikaa dhossaan keessa seenuu, oduun dhaabii WikiLeaks Hilarii Kilinton miidhuuf odeeffannoo baase odeeffannoon FBI filannoon dhiyaannaan waan Hilarii Kilintoniin qoratan haaraa ummatatti himuu fi waan hedduu irratti deebii kennaan bulchootii tun.

Congress FBI
Congress FBI

Akka daarekterii FBI, James Comes jedhetti qorannoon ergaa email Hilarii Kilinton keessatti akka wantii haarahii argamtee qorachuf jedhanii filannoon duratti gadi baasuun “waan miira nama hammeessaati.,” taatullee dubbii dhugaa gadi baasuuf woma bahuu qabaati.

Adoo qorannoon ergaa email Hilarii Kilintoniin haarahii bahuu baatee akka jecha daarektera kanaatti badii guddoo taati.“Murtii jajjabduu taatullee ammallee akka kiyyatti qornnoo sun irra deebihanii banuun waan barbaachisaa.”

Hilarii Kilinton,ministerii haajaa alaa Amerikaa ka durii fi eegee ammoo pirezidaantii tahuuf dorgomte xalyaa daarkterii FBI akka waan balleessaan haarahii email mootummaan Amerika aka Hilarii Kilinton gaafa ministera haajaa alaa taatetti ittiin hojjachaa baate keessatti arganii barreessee, odeeffannoon dharaa dhaabii WikiLeaks odeeffannoo duula filannoo isii keessa seenetti filannoo tana na jisse jetti.

Miseensotii koree haqaa kongireesii Amerikaa kun tana maleellee waan hedduu irratti bulchoota FBI qoratan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG