Xurree ittiin seenan

Breaking News

Finfinneetti kora sadarkaa addunyaa humna elektirii bisaan irraa argatan irratti mari’atutti taa’uutti jira

This hydro electric station owned and operated by the city of Hamilton, shown Thursday, Oct. 23, 2008, in Hamilton, Ohio, was originally built on the Great Miami River by Henry Ford to power a car factory. (AP Photo/Al Behrman)

Akka kora kana irratti jedhanitti rakkoolee gugurdoo ilmaan namaa rarakkisuutti jiran keessaa rakkoon bisaanii,rakkoo eletirikii, hiyyumaa fi jijjiiramii qilleensaa faatilleen humna ibsee irraa fala fa argachuu dandahan

Korii akkanaa kun Afrikaatti taahuun akka minsiterii humnna bisaanii,jallisii fi Humna ibsee Itoophiyaa jedhutti ardii tanaafuu faaydaa qaba.

Korii kun galma walgahii Tokkummaa Mootummootaatti taahuutti jiraa.Ganna lama lamaan biyyya biyya irra maranii koratan.

Finfinneetti kora humna elektirikii bisaan irraa argatanitti taahuutti jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:17 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG