Xurree ittiin seenan

Breaking News

Addis Istaandaard Labsii Yeroo Atattamaa Itoophiyyaatti Labsameen Wal-qabatee Hojii Maxxansaa Dhaabuu Dhaa Dirqamuu Isaa Beeksise


Barruulee Addis Istaandaard, maxxansaa Onkoloolessaa
Barruulee Addis Istaandaard, maxxansaa Onkoloolessaa

Barruuleen dhuunfaa oggoota jahan darbanii odeeffannoo dhimma siyaasaa Itoophiyaa irratti xiyyeeffatee maxanfamaa ture, Addis Istaandaard, haala biyyatti keessa jiruun han ka’e hojii isaa dhaabuudhaa dirqamuu isaa kaleessa ifa godhamee jira.

Gulaaltuu barrulee Addis Istaandaard Aadee Tsedaalee Lammaa, dubbisneerra.

Dhaggeeffachuuf kana cuqaasaa.

XS
SM
MD
LG