Xurree ittiin seenan

Amerikaan Seera Liqii Mootummaamn Fudhatu Gudddisee Baasii Jiru Gad Cabsu Raggaasiifte

  • Jaallannee Gammadaa

Manni marii bakka bu’ootaa kan yunaaytid steetis liqaa mootummaan fudhachu qabuu dabaluuf akkasumas baasii jiru gad cabsuuf walii galtee tokko eega raggaasisee booda, seeneeti biyyattis simatee prezidaant Baraak Obamaan mallatessani jiran.

Torbanneen hedduuf falmii gaggeefamaa ture booda walii galtee kana irra ga’ame. Walii galtee kana irratti gama Dimokraatootaas ta’e Ripaablikaanootaa irraa kan itti hin gammadne jiru.Paartii Dimokraatootaa irraa iyyuu murtii prezidaant Obamaan-tti kan hin gammadne ni jira.

Falmii gaggeefame kana ilaalchisee Gabaasaa akkasumas Gaaffii fi deebii Dr Isqeel Gabbisaa waliin gaggeefame MP3 dabareen tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG