Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnoonni Iraq Mosul Irra Hedduu To’atan


Humnoonni Iraq Mosul Irra Hedduu To’atan
Humnoonni Iraq Mosul Irra Hedduu To’atan

Humnootiin Iraq kanneen USn hoogganaman magaalaa Mosul kan ISn to’atamee jiru qabachuuf haleellaa hedduu geggeessaniin magaalattii walakkaa dhaa ol qabachuu isaanii angawoonni waraanaa Iraq beeksisaniiru.

Kun kan dhaga’ame loltonni farra shororkeessummaa erga isaan erga bara 2014 qabee ISn qabamee kan ture buufata xayyaara Mosul erga to’atanii booda.

Loltooni kun har’a maadhee waraanaa Ghozlani to’achuu dhaan ganda Mosul kan al-Mamoum qabataniiru.

Loltoonni IS Mosul gama bahaa keessaa kan ba’an baatii Amajjii keessa yoo ta’u amma iyyuu magaalaggii gama dhiyaa hanga tokko to’atanii jiru.

XS
SM
MD
LG