Xurree ittiin seenan

Ayvoorii Koosti Bakka Bashannaanatti Shororkeesitoonni Haleellaa Raawwatan

  • Tuujubee Horaa

Akka Minsiteerii biyya keessaa Ayvoorii Kosti, Hamed Bakayoko jedhetti nama dhume keessaa 15 nama nagaati,sadii loltoota,sadii ammoo garee haleellla gechiseerraa ta'un himame.

Ajjeechaa kanaaf Al-Qaayidaa damee Afrikaa Kaabaa (al-Qaida in the Islamic Magreb) itti gaafatama fudhateera.

Xinxaalaan siyaasa Afrikaa tokkos haleelaan kun suukkaneessaa dha balaleefatamuu qaba jedhan.

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG