Xurree ittiin seenan

Baankileen silaa akkamiin guddinna qonnaan bulaatii fi horiisee bulaa gargaaran?

  • Soraa Halakee

Oromiyaa biyya baddaa fi gammoojjii ta qilleensii jijijjiiramaa,bonii jabaatee horiin dhumachuu fi qonnii akka fedhanitti namaa tahuu dhabuun waan hedduu tana nama hedduutti rakkata.

Horiin naannoolee Oromiyaa ta bokkaa dhabdetti dhumatee fi midhaan diqqaachuun dhiba tokko.

Baankileen silaa akkamiin warra horii ka horii ufiitii marraa fi bisaan barbaada raasa keessa yaahuu kanaa fi warra qonnaan ka dhabee argatuu qilleensa bokkaa eegachuuf olumaa wa abdatu kana gargaaruu dandahan?Fkn akka qonnaan bulaa fi horiisee bulaa insurance ykn wabii tahuuf dabalee jechuu.

Tana irratti obbo Alaazaar Adulaa,ogeessa Baankii Oromia international Bank jedhu gaafannee.MP3 irraa nuu caqasaa.



XS
SM
MD
LG