Xurree ittiin seenan

Breaking News

Duulli Farra Shororkeessummaa Awropaa Dhiittaa Mirga Namaa Dhaqqabsiiuu mala: Gabaasa Amnestii


Duulli Farra Shororkeessummaa Awropaa Dhiittaa Mirga Namaa Dhaqqabsiiuu mala: Gabaasa Amnestii
Duulli Farra Shororkeessummaa Awropaa Dhiittaa Mirga Namaa Dhaqqabsiiuu mala: Gabaasa Amnestii

Labsii yeroo hatattamaa, hidhaa, seera lammummaa nama irraa mulqu, fi tarkaanfiin farra shorokeessummaa fudhatamu safuu fi bilisummaa Awoppaan qabdu balaa irra buusa jedha gabaasi haaraan Amnesty International har’a baase.

Haleellaan shororkeessummaa guutummaa gamtaa Awropa keessa ka jiru haala nageenyaa jijjiiree jira.

Gabaasichi mootummaan mirga namaa eegisisuuf tattaaffii inni godhu irraa qabee mootummaan nageenya eegsisuuf mirga namootaa inni ugguru of keessaa qaba.

Biyyoonni miseensota gamtichaa 14 irratti qorannaa geggeessameen mirgi namaa kan akka icitii dhuunfaa saaxiluu, yaada ofii walabummaan ibsuun ugguramuu fi bakaa bakkatti sosso’uuf yaaddoo jiru, fi seera lammummaa nama irraa mulqee biyya bakka dararaan nama irra ga’utti nama deebisan dhimmootii yaaddoo uuman keessaa ti jedha gaaasichi.

XS
SM
MD
LG