Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaa Dhaqqabeen Namnii 22 Ajjefamuu Polisoonni Ibsanii Jiru


Namoota kanneen dhoohinsa gaheen lubbuu dhaban yaadachuuf walitti qabaman, Manchester, Inglaand, Camsaa 26, 2017.
Namoota kanneen dhoohinsa gaheen lubbuu dhaban yaadachuuf walitti qabaman, Manchester, Inglaand, Camsaa 26, 2017.

Wiixata Caamsaa 22 bara 2017 halkan Briteen magaala Maanchestar keessatti agarsiisa sirbaa ykn konsartii gaggeeffamaa ture xumuura irratti dhohinsii dhaqqabuu isaa polisoonni biyyatti beeksisee jira.Namoonni achii turan sagalee dhohiinsaa guddaa dhaga’uu isaanii fi uummannis sana booda gara baaseetti fiiguu jalqabuu isaa dubbatan.Oromoota magaalatti keessa jiraatan akka jedhanti magaalattiin polisootaan guutamtee naannoo balaan dhaqqabe cufamee jira.Polisoonni ammaaf nama tokko to’annaa jala kan oolchan yoo ta’u maqaa isaa garu ifa hin baasne. Balaa kanaaf Aysiis itti gaafatama fudhatee jira.

Balaa Dhaqqabeen Namnii 22 Ajjefamuu Polisoonni Ibsanii Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:12 0:00

XS
SM
MD
LG