Xurree ittiin seenan

Jireenyi Oromoota Mooraa Baqatootaa 'The Jungle' Maal Fakkaata Ture?


Baqattonni Oromo Bosona Kaalee (Faransaay) Turan Miidiyaa Cufamuu Moorichaa Gabaasuu Dhaqan Fun-duratti Hiriira Mormii Mootumma Itoophiyaa Balaaleffatu Geggeessan. Oromootaf jireenyi mooraa sanii maal fakkaata ture? Gabaasa armaan gadi kana dawwadhaa.

XS
SM
MD
LG