Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ragaalee Baqqalaa Garbaa Irratti Dhihaatan Keessaa Haasoofni Bara 2015 Waldaa Qorannoo Oromoo Irratti Dhageessise Tokko


Itii aanaa dura ta'aa KFO, Obboo Baqqalaa Garbaa
Itii aanaa dura ta'aa KFO, Obboo Baqqalaa Garbaa

Erga hidhamanii oggaa tokko an darbe miseensonnii fi hoggantoonni Kongresii Federaalaa Oromoo 22 harra mana murtiitti dhihaatan. Bellama kana irratti abbaan alangaa wabii Siidii irratti warabbame dhiheefachuu ibsan, garee abukaatota hidhamtootaa keessaa Obboo Wandimmuu Ibsaa

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Ragaalee Baqqalaa Garbaa Irratti Dhihaatan Keessaa Haasoofni Bara 2015 Waldaa Qorannoo Oromoo Irratti DhageessiseTokko
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00

XS
SM
MD
LG