Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi MInisteeraa Israa’el Benjamin Natanyaahuu kaleessa galgala Finfinnee seenan


Muummichi MInisteeraa Israa’el Benjamin Natanyaahuu kaleessa galgala Finfinnee seenan
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:44 0:00

Muummichi MInisteeraa Israa’el Benjamin Natanyaahuu kaleessa galgala Finfinnee seenan

Ragaan embasii biyyattii biraa argame akka mul’isutti daawwannaa mul’inaa geggeessuuf Itiyoopiyaa kan dhufan hoogganaa biyyattii jalqabaa ti. Muummichi ministeeraa Haayilamaariyaam Dassaalyn waliin qofaatti akkasumas marii isaan jiloota waliin geggeessan ajandaa isa duraa ture. Marii isaanii booda tuuta oduuf ibsa kan kennan muummeewwan ministeerotaa lamaan hariiroo biyyoota lamaan gidduu jiru cimsuu kan fedhan ta’uu dubbatan.

Israel gara Afriikaa dhufaa jirti kan jedhan Netanyaahuun dhimmootii adda addaa irratti gamtaan hojjechuu kan fedhan ta’uu dubbatan. Daawwannaan isaanii maaliif yeroo kana akka ta’e ennaa ibsan amma yoo hin a’in yoomi jedhan.l dhuguma dursee ta’uutu irra ture jedhan. Gamtaa Afriikaa keessaa illee barcuma taajjabdummaa qabaachuuf gaaffii kan dhiyeessan ennaa ta’u Itiyoopiyaa qofaa utuu hin ta’in biyyoota Afriikaa ka biroo waliin illee hariiroo uumanne waan ta’eef gaaffiin kun sirrii dha jedheen yaada jedhan Nantanyaahuun.

Muummichi MInisteeraa Israa’el Benjamin Natanyaahuu kaleessa galgala Finfinnee seenan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:23 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG