Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyya Haaraan Addunyaa Irratti Dhalatte


Presidantii kibba sudan Saalva Kiir.
Presidantii kibba sudan Saalva Kiir.

Sudaan gama kibbaa walabummaa ishee sambata darbe jechuun Adoolessa 9 bara 2011 alaabaa ishee fannisuun labsitee jirti.

Wal waraansa waggoota dheeraaf geggeeffamuun lubbuu uummata miliyoona lamaa caalaa galaafate sana booda Sudaan gama kibbaa rakkoo jabaatu amma iyyuu ishee eegaa jira. Uummanni ishee harka caalaan hiyyummaa keessa kan jiru yoo ta'u tajaajilli eegumsa fayyaa ga'aanis hin jiru.

Amma iyyuu taanaan Sudaan gama kaabaa waliin walitti bu'iinsa keessa jiru. Magaalaa galma mootummaa Sudaan gama kibbaa Juubaa irraa jarmayaa dhuunfaa "American Support for The African Prosperity" jedhamu irraa obbo Saahlee girmaa ibsa nuu kennan MP3 tuquun dhaggeeffadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG